‏ 1 Chronicles 1:17-23

Seemota

1:17‑23 kwf – Uma 10:21‑31; 11:10‑27

17Ilmaan Seem:
Eelaam, Ashuur, Arfaakshad, Luudii fi Arraam turan.
Ilmaan Arraam:
Uuzi, Huuli, Geterii fi Meshek turan.
18Arfaakshad Sheelaa dhalche;
Sheelaan immoo Eeberin dhalche.
19Eeberiifis ilmaan lamatu dhalate:
Sababii bara isaa keessa lafti gargar qoodamteef, maqaan isa tokkoo Felegi jedhamee moggaafame; maqaan obboleessa isaa immoo Yooqxaan jedhamee moggaafame.
20Yooqxaan immoo
Almoodaad, Sheleef, Hazarmaawet, Yaaraa,
21Hadooraam, Uuzaal, Diqlaa, 22Eebaal, Abiimaaʼeel, Shebaa, 23Oofiir, Hawiilaa fi Yoobaabin dhalche. Warri kunneen hundinuu ilmaan Yooqxaanii ti.
Copyright information for GazHAHl