1 Chronicles 1:29-31
Sanyiiwwan Aggaar
1:29‑31 kwf – Uma 25:12‑16
29Sanyiiwwan isaanii warra kanneenii dha:Nabaayooti ilma Ishmaaʼeel hangafticha, Qeedaar, Adbiʼeel, Mibsaami, 30Mishmaa, Duumaa, Maasaa, Hadaad, Teemaa, 31Yexuur, Naafiishii fi Qeedmaa.
Isaan kunneen ilmaan Ishmaaʼeel.
Copyright information for
GazHAHl