‏ 1 Chronicles 4:28-33

28Isaanis Bersheebaa, Molaadaa, Hazar Shuuʼaal, 29Bilihaa, Ezem, Toolaad, 30Betuuʼeel, Hormaa, Siiqlaag, 31Beet Markaabot, Hazar Susiim, Beet Biirii fi Shaʼarayiim keessa jiraatan. Magaalaawwan kunneen hamma bara mootummaa Daawitiitti magaalaawwan isaanii turan. 32Akkasumas gandoota Eexaam, Ayin, Reemoon, Tookkenii fi Ashaan jechuunis magaalaa shananii fi 33gandoota naannoo isaaniitti argaman hunda keessa hamma Baʼaaliitti jiraatu ture.

Kunneen iddoo isaan jiraatanii dha. Isaanis galmee hidda dhaloota isaanii kaawwatanii jiran.
Copyright information for GazHAHl