‏ 2 Chronicles 29:1-2

Hisqiyaas Mana Qulqullummaa Qulqulleessuu Isaa

29:1‑2 kwf – 2Mt 18:2‑3

1Hisqiyaas yeroo mootii taʼetti nama waggaa digdamii shan ture; innis Yerusaalem keessa taaʼee waggaa digdamii sagal bulche. Maqaan haadha isaa Abiyaa ture; isheenis intala Zakkaariyaas. 2Innis akkuma Daawit abbaan isaa godhe sana fuula Waaqayyoo duratti waan qajeelaa hojjete.
Copyright information for GazHAHl