‏ 2 Samuel 5:14-16

14Maqaan ijoollee isaa kanneen achitti isaaf dhalataniis Shamuuʼaa, Shobaab, Naataan, Solomoon, 15Yibehaar, Eliishuuwaa, Nefeg, Yaafiiyaa, 16Eliishaamaa, Eliyaadaa fi Eliiphelexi jedhamu.
Copyright information for GazHAHl