‏ Deuteronomy 32:43

43Sababii inni haaloo dhiiga tajaajiltoota isaa baʼuuf,
yaa sabootaa, namoota isaa wajjin gammadaa.
Inni diinota isaa haaloo baʼa;
biyyaa fi saba isaatiif araara ni buusa.
Copyright information for GazHAHl