Genesis 25:1-4
Abrahaam Duʼuu Isaa
25:1‑4 kwf – 1Sn 1:32‑33
1Abrahaamis niitii biraa kan maqaan ishee Qexuuraa jedhamu fuudhe. 2Isheenis Zimraan, Yoqshaan, Medaan, Midiyaan, Yishbaaqii fi Shuwaa isaaf deesse. 3Yoqshaan Shebaa fi Dedaan dhalche; ilmaan Dedaan immoo Ashuurim, Letuushimotaa fi Leʼumoota turan. 4Ilmaan Midiyaan Eefaa, Eefer, Henook, Abiidaa fi Eldaaʼaa turan. Warri kunneen hundi sanyiiwwan Qexuuraa ti.
Copyright information for
GazHAHl