‏ Genesis 25:23

23 Waaqayyo immoo akkana jedheen; “Saboota lamatu gadameessa kee keessa jira;
uummanni lamaan ati deessus gargari baʼu;
sabni tokko saba kaan irra ni jabaata;
inni hangafni isa quxisuu tajaajila.”
Copyright information for GazHAHl