‏ Genesis 35:23-26

23Ilmaan Liyaa:
Ruubeen jechuunis ilma Yaaqoob isa hangafa,
Simiʼoon, Lewwii, Yihuudaa, Yisaakorii fi Zebuuloon.
24Ilmaan Raahel:
Yoosefii fi Beniyaam.
25Ilmaan Bilihaa jechuunis xomboree Raahel:
Daanii fi Niftaalem.
26Ilmaan Zilfaa jechuunis xomboree Liyaa:
Gaadii fi Aasheer.

Isaan kunneen ilmaan Yaaqoob kanneen kaaba dhiʼa Phaadaan Arraamiitti isaaf dhalatanii dha.
Copyright information for GazHAHl