‏ Isaiah 29:14

14Kanaafuu ani amma illee dinqii irratti dinqii dabalee
uummata kana nan dinqisiisa;
ogummaan nama ogeessaa ni bada;
hubannaan hubattootaas ni dhokata.”
Copyright information for GazHAHl