‏ Isaiah 49:6

6Innis, “Ati gosoota Yaaqoob deebiftee dhaabuuf,
Israaʼeloota ani eege sanas deebiftee fiduuf
garbicha koo taʼuun kee siif baayʼee salphaa dha.
Akka fayyinni koo qarqara lafaa gaʼuuf
ani Namoota Ormaatiif ibsaa sin taasisa” jedha.
Copyright information for GazHAHl