Isaiah 49:8
Deebifamtee Ijaaramuu Israaʼel
8 Waaqayyo akkana jedha: “Ani yeroo fudhatama qabutti siifin deebisa;
gaafa fayyinaattis sin gargaara;
akka ati dhaala abbaa hin qabne
deebiftee dhaalchiftuuf,
ani sin eega;
akka ati sabaaf kakuu taatus sin godha;