Isaiah 56:7
7ani gara tulluu koo qulqulluutti isaan nan fida;mana kadhannaa koo keessattis gammachuu isaaniif nan kenna.
Aarsaan isaanii kan gubamuu fi qalmi,
iddoo aarsaa koo irratti fudhatama ni argata;
manni koo saboota hundaaf,
mana sagadaa jedhamee waamamaatii.”
Copyright information for
GazHAHl