‏ Jeremiah 31:15

15 Waaqayyo akkana jedha: “Sagaleen booʼichaatii fi wawwaannaa guddaan tokko
Raamaa keessaa dhagaʼame;
sababii isaan hin jirreef,
Raahel ijoollee isheetiif booʼaa jirti;
jajjabaachuus ni didde.”
Copyright information for GazHAHl