‏ Luke 23:2

2Isaanis, “Nu utuu namichi kun saba keenya karaa irraa jalʼisuu, utuu inni akka Gibirri Qeesaariif hin baafamne godhuu, akkasumas utuu inni akka mataan isaa Kiristoos ▼
▼yookaan Masiihii
mooticha taʼe dubbatuu argineerra” jedhanii isa himachuu jalqaban.
Copyright information for GazHAHl