‏ Luke 4:38

Yesuus Nama Baayʼee Fayyise

4:38‑41 kwf – Mat 8:14‑17

4:38‑43 kwf – Mar 1:29‑38

38Yesuus mana sagadaatii baʼee mana Simoon dhaqe. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaa hamaadhaan qabamtee dhiphachaa turte; isaanis akka Yesuus ishee gargaaru isa kadhatan.
Copyright information for GazHAHl