Mark 1:3-5
3“Sagalee nama, ‘Gooftaaf karaa qopheessaa;daandii qajeelaas isaaf hojjedhaa’ jedhee
gammoojjii keessaa iyyu tokkoo.” ▼
4Kanaafuu Yohannis gammoojjii keessatti nama cuuphaa, dhiifama cubbuutiif immoo cuuphaa qalbii jijjiirrannaa lallabaa dhufe. 5Biyyi Yihuudaa guutuunii fi namoonni Yerusaalem hundinuus gara isaa dhaqanii cubbuu isaanii himachaa, Laga Yordaanos keessatti isaan cuuphamaa turan.
Copyright information for
GazHAHl