Mark 3:16-19
16Warri kudha lamaan inni muudes isaan kana: Simoon isa inni “Phexros” jedhee moggaase,17Yaaqoob ilma Zabdewoosii fi obboleessa isaa Yohannis warra inni “Boʼanergees” jedhee moggaase; Boʼanergees jechuun ilmaan “Kakawwee” jechuu dha;
18Indiriiyaas,
Fiiliphoos,
Bartaloomewoos,
Maatewos,
Toomaas,
Yaaqoob ilma Alfewoos,
Taadewoos,
Simoon Hinaafticha,
19Yihuudaa Keeriyoticha isa Yesuusin dabarsee kenne.
Copyright information for
GazHAHl