‏ Matthew 12:15

Tajaajilaa Waaqni Filate

15Yesuus waan kana beekee iddoo sanaa kaʼee deeme. Namoonni baayʼeenis isa duukaa buʼan; innis dhukkubsattoota isaanii hunda fayyise;
Copyright information for GazHAHl