Matthew 12:22
Yesuusii fi Biʼeelzebuul
12:25‑29 kwf – Mar 3:23‑27; Luq 11:17‑22
22Yeroo sanatti namicha hafuura hamaan qabame, kan iji isaa jaamee arrabni isaas dubbachuu dide tokko gara isaa fidan; Yesuusis namicha sana fayyise; namichis dubbachuu fi arguu dandaʼe.
Copyright information for
GazHAHl