‏ Psalms 10:7

7Afaan isaa abaarsaan, sobaa fi doorsisaan guutameera;
dabaa fi hamminni arraba isaa jala jiru.
Copyright information for GazHAHl