‏ 1 Chronicles 1:29-31

Sanyiiwwan Aggaar

1:29‑31 kwf – Uma 25:12‑16

29Sanyiiwwan isaanii warra kanneenii dha:
Nabaayooti ilma Ishmaaʼeel hangafticha, Qeedaar, Adbiʼeel, Mibsaami,
30Mishmaa, Duumaa, Maasaa, Hadaad, Teemaa, 31Yexuur, Naafiishii fi Qeedmaa.
Isaan kunneen ilmaan Ishmaaʼeel.
Copyright information for GazHAHl