1 Chronicles 2:4-8
4Taamaar niitiin ilma Yihuudaa Faaresii fi Zaaraa Yihuudaaf deesse.Yihuudaan walumaa galatti ilmaan shan qaba ture. 5Ilmaan Faares:
Hezroonii fi Hamuul.
6Ilmaan Zaaraa:
Zimrii, Eetaan, Heemaan, Kalkoolii fi Daardaa. Isaan walumaa galatti dhiirota shan turan.
7Ilma Karmii:
Aakaar isa waan balleeffamuu qabu fudhachuudhaan Israaʼelitti rakkina fide.
8Ilma Eetaan:
Azaariyaa.
Copyright information for
GazHAHl