1 Kings 15:1-2
Abiyaan Mooticha Yihuudaa
15:1‑2,6‑8 kwf – 2Sn 13:1‑2,22–14:1
1Bara mootummaa Yerobiʼaam ilma Nebaat keessa, waggaa kudha saddeettaffaatti Abiyaan mootii Yihuudaa taʼe; 2innis Yerusaalem keessa jiraatee waggaa sadii ni bulche. Maqaan haadha isaa Maʼakaa ture; isheen intala Abiishaaloom turte.
Copyright information for
GazHAHl