‏ 2 Chronicles 13:1-2

Abiyaa Mooticha Yihuudaa

13:1‑2; 13:22–14:1 kwf – 1Mt 15:1‑2,6‑8

1Bara mootummaa Yerobiʼaam keessa waggaa kudha saddeettaffaatti Abiyaan mootii Yihuudaa taʼe; 2innis Yerusaalem keessa jiraatee waggaa sadii ni bulche. Maqaan haadha isaa Miikaayaa ture; isheen intala Uuriiʼeel namicha Gibeʼaa sanaa turte.

Abiyaa fi Yerobiʼaam gidduu waraanatu ture.
Copyright information for GazHAHl