‏ 2 Chronicles 14:2-3

Aasaa Mooticha Yihuudaa

14:2‑3 kwf – 1Mt 15:11‑12

2Aasaan waan fuula Waaqayyo Waaqa isaa duratti gaarii fi qajeelaa taʼe hojjete. 3Innis iddoowwan aarsaa waaqota ormaa fi iddoowwan sagadaa kanneen gaarran irraa ni diige; soodduuwwan dhagaa fi siidaawwan Aasheeraa ni caccabse.
Copyright information for GazHAHl