2 Chronicles 34:1-2
Geeddarama Yosiyaas Fide
34:1‑2 kwf – 2Mt 22:1‑2
34:3‑7 kwi – 2Mt 23:4‑20
34:8‑13 kwf – 2Mt 22:3‑7
1Yosiyaas yeroo mootii taʼetti nama waggaa saddeetii ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa soddomii tokko bulche. 2Inni fuula Waaqayyoo duratti waan qajeelaa ni hojjete; utuu mirgatti yookaan bitaatti hin gorinis karaa abbaa isaa Daawit irra deeme.
Copyright information for
GazHAHl