‏ 2 Chronicles 6:41-42

41“Kanaafuu yaa Waaqayyo, yaa Waaqi,
kaʼiitii gara iddoo boqonnaa keetii kottu; atii fi taabonni jabina keetiis kottaa.
Yaa Waaqayyo, yaa Waaqi, luboonni kee fayyina haa uffatan;
qulqulloonni kees gaarummaa keetti haa gammadan.
42Yaa Waaqayyo, Gooftaa, ati dibamaa kee hin gatin;
jaalala guddaa ati garbicha kee Daawitin abdachiifte sana illee yaadadhu.”
Copyright information for GazHAHl