‏ Amos 9:11

Haaromfamuu Israaʼel

11“Ani bara sana keessa dunkaana Daawit “Kan kufe sana deebisee nan dhaaba.
Kan tarsaʼes walitti nan supha;
diigamaa isaa iddootti deebisee
akka duraatti nan ijaara;
Copyright information for GazHAHl