‏ Deuteronomy 32:21

21Isaan waan Waaqa hin taʼiniin na hinaafsisan;
waaqota tolfamoo isaanii kanneen faayidaa hin qabneenis na aarsan.
Anis warra saba hin taʼiniin akka isaan hinaafan nan godha;
saba hubannaa hin qabneenis isaan nan aarsa.
Copyright information for GazHAHl