‏ Exodus 24:8

8Yommus Museen dhiiga sana fuudhee sabatti faffacaasee, “Kunoo kun dhiiga kakuu kan Waaqayyo akkuma dubbii kana hundaatti isinii dhaabee dha” jedhe.
Copyright information for GazHAHl