‏ Hosea 13:14

14“Ani saba kana humna awwaalaa jalaa nan baraara;
duʼa jalaa isaan nan baasa.
Yaa duʼa, dhaʼichi kee meerre?
Yaa awwaala, balleessuun kee meerre?

“Ani gara laafina tokko illee hin qabaadhu;
Copyright information for GazHAHl