Isaiah 27:9
9Yommuu inni dhagoota iddoo aarsaa hundaakkuma dhagaa nooraa caccabsamee godhutti,
siidaan asheeraa yookaan iddoon aarsaa ixaanaa tokko iyyuu dhaabatee hin hafu.
Akkasiinis balleessaan Yaaqoob ni haqamaaf;
kunis cubbuun isaa guutumaan guutuutti haqamuu isaa mirkaneessa.
Copyright information for
GazHAHl