‏ Isaiah 29:13

13Gooftaan akkana jedha: “Uummanni kun afaan isaatiin natti dhiʼaata;
hidhii isaatiinis na kabaja;
garaan isaa garuu narraa fagoo jira.
Waaqeffannaan isaan na waaqeffatanis
seera namni barsiisu qofaan tolfame.
Copyright information for GazHAHl