‏ Isaiah 49:10

10Isaan hin beelaʼan; hin dheebotanis;
hoʼi gammoojjii yookaan aduun isaan hin gubu.
Inni isaaniif garaa laafu isaan geggeessa;
qarqara burqaa bishaanii irra isaan qajeelcha.
Copyright information for GazHAHl