‏ Isaiah 55:3

3Gurra naaf kennaatii gara koo kottaa;
akka lubbuun keessan jiraattuufis na dhagaʼaa.
Ani kakuu bara baraa isin wajjin nan gala;
innis jaalala amanamaa isa Daawit

abdachiifame sanaa dha;
Copyright information for GazHAHl