‏ Isaiah 65:1

Murtii fi Fayyina

1“Ani warra na hin iyyaafatinitti nan mulʼadhe;
warri na hin barbaadinis na argatan.
Ani saba maqaa koo hin waammatiniin,
‘Ani asan jira; ani asan jira’ nan jedhe.
Copyright information for GazHAHl