‏ Jeremiah 49:9-10

9Warri gumaa wayinii guuran utuu gara kee dhufanii silaa
qarmii wayii hin hambisanii?
Hattuun yoo halkan dhufte,
Isaan hammuma barbaadan qofa fudhatanii hin deemanii?
10Ani garuu Esaawun qullaa nan hambisa;
akka inni itti hin daʼanneef
ani iddoo inni itti dhokatu ifatti nan baasa.
Ijoolleen isaa, firoonni isaatii fi olloonni isaa ni badu;
innis siʼachi hin jiraatu.
Copyright information for GazHAHl