‏ Luke 11:2-4

2Innis akkana isaaniin jedhe; “Isin yommuu kadhattan akkana jedhaa: “ ‘Yaa Abbaa,
maqaan kee haa qulqullaaʼu;
mootummaan kee haa dhufu.
3 Buddeena keenya kan guyyuma guyyaa,

guyyuma guyyaan nuu kenni.

4 Akkuma nus warra cubbuu nutti hojjetaniif dhiifnu sana
atis cubbuu keenya nuu dhiisi;
qoramatti nu hin galchin.’ ”
Copyright information for GazHAHl