‏ Luke 22:21-23

21Garuu harki namicha dabarsee na kennu sanaa kunoo harka koo wajjin maaddii irra jira. 22Ilmi Namaa akkuma murteeffame sanatti ni deema. Garuu namicha dabarsee isa kennu sanaaf wayyoo!” 23Isaanis namni isaan keessaa waan kana gochuuf jiru eenyu akka taʼe wal gaggaafachuu jalqaban.
Copyright information for GazHAHl