Luke 22:55-57
55Yommuu isaan walakkaa lafa dallaa keessaatti ibidda qabsiisanii walii wajjin tataaʼanitti Phexrosis isaan wajjin taaʼe. 56Xomboreen tokkos utuu inni ifa ibiddaa keessa taaʼee jiruu isa argite. Isheenis hubattee isa ilaaltee, “Namichi kunis isa wajjin ture” jette. 57Inni garuu, “Dubartii nana, ani isa hin beeku” jedhee gane.
Copyright information for
GazHAHl