‏ Luke 23:2

2Isaanis, “Nu utuu namichi kun saba keenya karaa irraa jalʼisuu, utuu inni akka Gibirri Qeesaariif hin baafamne godhuu, akkasumas utuu inni akka mataan isaa Kiristoos
yookaan Masiihii
mooticha taʼe dubbatuu argineerra” jedhanii isa himachuu jalqaban.
Copyright information for GazHAHl