‏ Luke 4:41

41Akkasumas hafuuronni hamoon iyyanii, “Ati Ilma Waaqaa ti!” jedhanii namoota baayʼee keessaa baʼan. Inni garuu sababii isaan akka inni Kiristoos
yookaan Masiihii
taʼe beekaniif isaan ifate; akka isaan dubbatanis hin eeyyamneef.
Copyright information for GazHAHl