‏ Luke 6:13-16

13Innis yommuu lafti bariʼetti barattoota isaa ofitti waamee nama kudha lama isaan keessaa filate; ergamoota jedhees isaan moggaase.

14Isaanis Simoon isa inni Phexros jedhee moggaase, obboleessa isaa Indiriiyaas,
Yaaqoob,
Yohannis,
Fiiliphoos,
Bartaloomewoos,
15Maatewos,
Toomaas,
Yaaqoob ilma Alfewoos,
Simoon isa Hinaafticha jedhamee waamame,
16Yihuudaa ilma Yaaqoob,
Yihuudaa Keeriyoticha isa Yesuusin dabarsee kenne.
Copyright information for GazHAHl