‏ Luke 9:1

Yesuus Barattoota Kudha Lamaan Erguu Isaa

9:3‑5 kwf – Mat 10:9‑15; Mar 6:8‑11

9:7‑9 kwf – Mat 14:1,2; Mar 6:14‑16

1Yesuus warra Kudha Lamaan walitti waamee, akka isaan hafuurota hamoo hunda baasanii fi akka dhibeewwan fayyisaniif humnaa fi taayitaa kenneef;
Copyright information for GazHAHl