‏ Mark 12:38

Barsiistota Seeraa Irraa of Eeggachuu

38Yesuusis utuu barsiisuu akkana jedhe; “Barsiistota seeraa irraa of eeggadhaa. Isaan uffata dhedheeraa uffatanii nanaannaʼuu fi gabaa keessattis nagaa gaafatamuu jaallatu;
Copyright information for GazHAHl