Obadiah 5-6
5“Hattuun yoo sitti dhufteesaamtuun halkaniin sitti seente,
balaa akkamiitu si eeggata!
Isaan hammuma barbaadan qofa fudhatanii hin deemanii?
Warri ija wayinii guuran utuu gara kee dhufanii,
silaa qarmii wayii hin dhiisanii?
6Esaawu garuu akkam saamamee
qabeenyi isaa dhokfamaanis jalaa guurame!
Copyright information for
GazHAHl