Revelation of John 12:7
7Lollis samii keessatti kaʼe. Miikaaʼelii ▼▼Miikaaʼelii – hangafoota ergamootaa keessaa isa tokko; innis
Dan 10:21 irratti eegduu saba Israaʼel kan addaa jedhamee ibsame. Ergamoonni Miikaaʼeliis warra ajaja isa jala jiranii dha.
fi ergamoonni isaa bineensa jawwee fakkaatu sana lolan; bineensi jawwee fakkaatu sunii fi ergamoonni isaas of irraa lolan.