‏ Ruth 4:18-22

18Egaa hiddi dhaloota Faares kanaa dha:

Faares abbaa Hezroon;
19Hezroon immoo abbaa Raam;
Raam abbaa Amiinaadaab;
20Amiinaadaab immoo abbaa Nahishoon;
Nahishoon abbaa Salmoon;
21Salmoon immoo abbaa Boʼeez;
Boʼeez immoo abbaa Oobeedi;
22Oobeedi immoo abbaa Isseey;
Isseey immoo abbaa Daawit.
Copyright information for GazHAHl